Nahimiyaa 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Sana booda ani Hanaanii+ isa obboleessa koo taʼee fi Hanaaniyaa isa ajajaa Dallaa Dhagaa+ taʼe Yerusaalem irratti nan muude; sababiin isaas, Hanaaniyaan namoota kaan hundumaa caalaa nama baayʼee amanamaa taʼee fi Waaqa dhugaa sodaatu+ ture.
2 Sana booda ani Hanaanii+ isa obboleessa koo taʼee fi Hanaaniyaa isa ajajaa Dallaa Dhagaa+ taʼe Yerusaalem irratti nan muude; sababiin isaas, Hanaaniyaan namoota kaan hundumaa caalaa nama baayʼee amanamaa taʼee fi Waaqa dhugaa sodaatu+ ture.