LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 2:64-67
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 64 Lakkoofsi guutummaa gumichaa walumaa galatti 42,360 ture;+ 65 kunis, dhiirotaa fi dubartoota garboota taʼan 7,337 hin dabalatu ture; kana malees, isaan dhiirotaa fi dubartoota faarfattoota taʼan 200 qabu turan. 66 Fardeen isaanii 736, gaangoliin isaanii 245, 67 gaalonni isaanii 435, harroonni isaanii immoo 6,720 turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi