Baʼuu 15:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Miiriyaamis dhiirota jalaa qabdee akkana jettee faarfatte: “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa faarfadhaa.+ Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.”+ 1 Saamuʼel 18:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Daawitii fi warri kaan yommuu Filisxeemota rukutanii deebiʼan, dubartoonni dibbee+ fi meeshaa muuziqaa ribuu sadii qabuun gammachuudhaan sirbaa+ fi shubbisaa Saaʼol Mooticha simachuuf magaalota Israaʼel hundumaa keessaa gad baʼan.
21 Miiriyaamis dhiirota jalaa qabdee akkana jettee faarfatte: “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa faarfadhaa.+ Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.”+
6 Daawitii fi warri kaan yommuu Filisxeemota rukutanii deebiʼan, dubartoonni dibbee+ fi meeshaa muuziqaa ribuu sadii qabuun gammachuudhaan sirbaa+ fi shubbisaa Saaʼol Mooticha simachuuf magaalota Israaʼel hundumaa keessaa gad baʼan.