-
Hojii Ergamootaa 8:30, 31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Filiphoosis gaarii fardaa sana cinaa fiigee yommuu inni sagalee isaa ol kaasee kitaaba Isaayyaas raajichaa dubbisu dhagaʼee, “Dhuguma wanta dubbisaa jirtu ni hubattaa?” isaan jedhe. 31 Innis, “Namni na barsiisu utuu hin jiraatin akkamittan hubachuu dandaʼa?” jedhe. Kanaafuu, inni Filiphoos gaarii sana yaabbatee isaa wajjin akka taaʼu isa kadhate.
-