-
Hojii Ergamootaa 26:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Taʼus, gargaarsa Waaqayyoo waanan argadheef, hanga guyyaa harʼaatti isa guddaafis taʼe isa xinnaadhaaf dhugaa baʼuu koo itti fufuu dandaʼeera; ani wanta Raajonnii fi Museen akka raawwatamu dubbatan malee wanta kan biraa hin dubbanne;+
-