Luqaas 24:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Achiis Musee fi Raajota+ hunda irraa jalqabee wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaʼee isaa dubbataman isaaniif ibsuu jalqabe. Luqaas 24:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Achiis, “Inni ani yommuun isinii wajjin turetti wantoonni waaʼee koo Seera Musee, Raajotaa fi Faarfannaa keessatti dubbataman hundi raawwatamuu qabu jedhee isinitti dubbadhe+ kana dha” isaaniin jedhe.+ Roomaa 3:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Haa taʼu malee, akkuma Seerichii fi Raajonni ragaa baʼan,+ amma seera eeguun utuu hin barbaachisin qajeelummaan Waaqayyoo mulʼateera;+
27 Achiis Musee fi Raajota+ hunda irraa jalqabee wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaʼee isaa dubbataman isaaniif ibsuu jalqabe.
44 Achiis, “Inni ani yommuun isinii wajjin turetti wantoonni waaʼee koo Seera Musee, Raajotaa fi Faarfannaa keessatti dubbataman hundi raawwatamuu qabu jedhee isinitti dubbadhe+ kana dha” isaaniin jedhe.+
21 Haa taʼu malee, akkuma Seerichii fi Raajonni ragaa baʼan,+ amma seera eeguun utuu hin barbaachisin qajeelummaan Waaqayyoo mulʼateera;+