-
Roomaa 1:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Ani misiraachichatti hin qaanaʼu;+ misiraachichi jalqaba Yihudootaaf,+ achiis Giriikotaaf,+ humna Waaqayyoo isa namoota amantii qaban hundumaatiif fayyina argamsiisu dha.+ 17 “Inni qajeelaan garuu amantiidhaan jiraata” jedhamee akkuma barreeffame,+ Waaqayyo karaa misiraachichaa qajeelummaa isaa namoota amantii qabanitti ni mulʼisa; kunis amantii isaanii isaaniif cimsa.+
-