Anbaaqom 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isa of tuulu sana ilaali;*Inni keessa isaatti qajeelaa miti. Inni qajeelaan garuu amanamummaa* isaatiin jiraata.+ Galaatiyaa 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kana malees, namni kam iyyuu Waaqayyo duratti seeraan qajeelaa jedhamee waamamuu akka hin dandeenye+ beekamaa dha; sababiin isaas, “Inni qajeelaan amantiidhaan jiraata.”+ Ibroota 10:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 “Haa taʼu malee, tajaajilaan koo inni qajeelaan amantiidhaan jiraata,”+ “gara duubaatti yoo deebiʼe ani* isatti hin gammadu.”+
4 Isa of tuulu sana ilaali;*Inni keessa isaatti qajeelaa miti. Inni qajeelaan garuu amanamummaa* isaatiin jiraata.+
11 Kana malees, namni kam iyyuu Waaqayyo duratti seeraan qajeelaa jedhamee waamamuu akka hin dandeenye+ beekamaa dha; sababiin isaas, “Inni qajeelaan amantiidhaan jiraata.”+
38 “Haa taʼu malee, tajaajilaan koo inni qajeelaan amantiidhaan jiraata,”+ “gara duubaatti yoo deebiʼe ani* isatti hin gammadu.”+