Yohaannis 3:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Ilmatti kan amanu jireenya bara baraa qaba;+ Ilmaaf kan hin ajajamne garuu, dheekkamsa Waaqayyootu isa irra jiraata+ malee jireenya hin argu.+ Roomaa 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Inni qajeelaan garuu amantiidhaan jiraata” jedhamee akkuma barreeffame,+ Waaqayyo karaa misiraachichaa qajeelummaa isaa namoota amantii qabanitti ni mulʼisa; kunis amantii isaanii isaaniif cimsa.+ Galaatiyaa 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kana malees, namni kam iyyuu Waaqayyo duratti seeraan qajeelaa jedhamee waamamuu akka hin dandeenye+ beekamaa dha; sababiin isaas, “Inni qajeelaan amantiidhaan jiraata.”+ Ibroota 10:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 “Haa taʼu malee, tajaajilaan koo inni qajeelaan amantiidhaan jiraata,”+ “gara duubaatti yoo deebiʼe ani* isatti hin gammadu.”+
36 Ilmatti kan amanu jireenya bara baraa qaba;+ Ilmaaf kan hin ajajamne garuu, dheekkamsa Waaqayyootu isa irra jiraata+ malee jireenya hin argu.+
17 “Inni qajeelaan garuu amantiidhaan jiraata” jedhamee akkuma barreeffame,+ Waaqayyo karaa misiraachichaa qajeelummaa isaa namoota amantii qabanitti ni mulʼisa; kunis amantii isaanii isaaniif cimsa.+
11 Kana malees, namni kam iyyuu Waaqayyo duratti seeraan qajeelaa jedhamee waamamuu akka hin dandeenye+ beekamaa dha; sababiin isaas, “Inni qajeelaan amantiidhaan jiraata.”+
38 “Haa taʼu malee, tajaajilaan koo inni qajeelaan amantiidhaan jiraata,”+ “gara duubaatti yoo deebiʼe ani* isatti hin gammadu.”+