-
Roomaa 3:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Haa taʼu malee, akkuma Seerichii fi Raajonni ragaa baʼan,+ amma seera eeguun utuu hin barbaachisin qajeelummaan Waaqayyoo mulʼateera;+ 22 eeyyee, namoonni amantii qaban hundi, amantii Yesuus Kiristoos irratti qabaniin qajeelummaa Waaqayyoo ni argatu. Sababiin isaas, namoota gidduu garaa garummaan hin jiru.+
-