LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Efesoon 5:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Akkuma beektanii fi ofii keessanii hubattanitti, namni halaleen*+ yookiin namni xuraaʼaan yookiin namni sassata+ isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taʼe raawwatu Mootummaa Kiristoosii fi Mootummaa Waaqayyoo keessatti dhaala tokko illee hin qabaatu.+

      6 Dheekkamsi Waaqayyoo sababii wantoota akkasiitiin warra hin ajajamne irratti waan dhufuuf, namni kam iyyuu dubbii faayidaa hin qabneen isin hin gowwoomsin.

  • Ibroota 10:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Beekumsa dhugaa isa sirrii erga argannee booda, taʼe jennee cubbuu hojjechuu yoo amaleeffanne,+ sana booda aarsaa kan biraan cubbuu keenyaaf dhihaatu hin jiraatu;+ 27 kanaa mannaa, murtii sodaachisaa isa akka dhufu eegamuu fi dheekkamsa bobaʼu isa warra morman sana gubutu jiraata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi