Maarqos 8:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Dhaloota ejjaa* fi cubbamaa taʼe kana keessatti nama anaa fi dubbii kootti qaanaʼu hundatti, Ilmi namaa ulfina Abbaa isaatiin maleekota qulqulluu wajjin yommuu dhufu+ innis isatti ni qaanaʼa.”+ 2 Ximotewos 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, waaʼee Gooftaa keenyaa dhugaa baʼuuttis taʼe ana isa isaaf jedhee hidhamee jirutti hin qaanaʼin;+ kanaa mannaa, humna Waaqayyootti amanamuudhaan+ atis gama keetiin rakkina misiraachichaan kan kaʼe si irra gaʼu dandaʼi.+
38 Dhaloota ejjaa* fi cubbamaa taʼe kana keessatti nama anaa fi dubbii kootti qaanaʼu hundatti, Ilmi namaa ulfina Abbaa isaatiin maleekota qulqulluu wajjin yommuu dhufu+ innis isatti ni qaanaʼa.”+
8 Kanaafuu, waaʼee Gooftaa keenyaa dhugaa baʼuuttis taʼe ana isa isaaf jedhee hidhamee jirutti hin qaanaʼin;+ kanaa mannaa, humna Waaqayyootti amanamuudhaan+ atis gama keetiin rakkina misiraachichaan kan kaʼe si irra gaʼu dandaʼi.+