LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 53:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Dhiphina isaatiin* kan kaʼe buʼaa isaa argee ni gammada.

      Tajaajilaan koo+ inni qajeelaan beekumsa isaatiin

      Namoonni hedduun ejjennoo qajeelaa akka qabaatan ni godha,+

      Yakka isaaniis ni baata.+

  • Ermiyaas 31:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Yihowaan akkana jedha: “Sana booda isaan keessaa eenyu iyyuu, ‘Yihowaa beeki!’ jedhee nama kan biraas taʼe obboleessa isaa hin barsiisu;+ sababiin isaas, isa xinnaadhaa hamma isa guddaatti hundi isaanii iyyuu na beeku.+ Ani balleessaa isaanii isaaniif nan dhiisa, cubbuu isaaniis sana booda hin yaadadhu.”+

  • Daaniʼel 9:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “Balleessaa hambisuuf, cubbuu balleessuuf,+ dogoggoraaf araara argamsiisuuf,+ qajeelummaa bara baraa fiduuf,+ mulʼatichaa fi raajicha irratti chaappaa gochuuf,+ akkasumas Kutaa Isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe* dibuuf, saba kee fi magaalaa kee ishii qulqulluudhaaf+ torbeen* 70ni murteeffamaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi