-
Uumama 22:10-12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Achiis Abrahaam ilma isaa qaluuf harka isaa hiixatee halbee* sana fudhate.+ 11 Haa taʼu malee, maleekaan Yihowaa samii keessaa, “Abrahaam, Abrahaam!” jedhee isa waame. Innis, “Kunoo asan jira!” jedhee deebise. 12 Achiis, “Mucicha hin miidhin; wanta tokko illees isa irratti hin raawwatin; ati nama Waaqayyoon sodaatu taʼuu kee ani amma beekeera; sababiin isaas, ati ilma kee isa tokkicha na hin dhowwanne” isaan jedhe.+
-