-
Keessa Deebii 4:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Guyyaa isin Horeeb keessatti Waaqa keessan Yihowaa dura dhaabbattanii turtanitti Yihowaan, ‘Isaan yeroo lubbuudhaan lafa irra jiran hundumaatti na sodaachuu akka baratanii+ fi ijoollee isaaniis akka barsiisaniif,+ ani dubbii koo akkan isaan dhageessisutti sabicha gara kootti walitti qabi’ naan jedhee ture.+
-
-
Keessa Deebii 4:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Inni si sirreessuuf samii keessaa sagalee isaa akka dhageessu godhe; lafa irrattis ibidda isaa isa guddaa akka argitu godhe; atis ibidda sana keessaa dubbii isaa dhageesseetta.+
-