Keessa Deebii 9:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ati saba didaa* waan taateef,+ Waaqni kee Yihowaan biyya gaarii kana dhaalaan kan siif kennu qajeelummaa keetiin kan kaʼe akka hin taane beeki.
6 Ati saba didaa* waan taateef,+ Waaqni kee Yihowaan biyya gaarii kana dhaalaan kan siif kennu qajeelummaa keetiin kan kaʼe akka hin taane beeki.