Iyyaasuu 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Daangaan keessanis lafa onaa irraa jalqabee hamma Libaanonittii fi hamma laga isa guddaa Efraaxisitti, jechuunis guutummaa biyya Heetotaa,+ akkasumas hamma Galaana Guddaa* isa kallattii dhihaatiin* argamuutti ni taʼa.+ Izraa 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yeroo kanatti Taatenaay inni bulchaa naannoo Lagicha* Gamaa taʼee fi Shetaar Bozenaay, akkasumas michoonni isaanii gara isaanii dhufanii, “Mana kana akka ijaartanii fi ijaarsa* kana akka xumurtan eenyutu isin ajaje?” jedhanii isaan gaafatan.
4 Daangaan keessanis lafa onaa irraa jalqabee hamma Libaanonittii fi hamma laga isa guddaa Efraaxisitti, jechuunis guutummaa biyya Heetotaa,+ akkasumas hamma Galaana Guddaa* isa kallattii dhihaatiin* argamuutti ni taʼa.+
3 Yeroo kanatti Taatenaay inni bulchaa naannoo Lagicha* Gamaa taʼee fi Shetaar Bozenaay, akkasumas michoonni isaanii gara isaanii dhufanii, “Mana kana akka ijaartanii fi ijaarsa* kana akka xumurtan eenyutu isin ajaje?” jedhanii isaan gaafatan.