Lakkoofsa 21:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Sana booda deebiʼanii karaa Baashaanitti geessu qabatanii ol ni baʼan. Oog+ mootiin Baashaanis namoota isaa hundumaa qabatee Edraayitti isaan waraanuuf gad baʼe.+ Lakkoofsa 21:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Kanaafuu, isaan saba isaa keessaa nama tokko illee utuu hin hambisin isa, ilmaan isaa fi namoota isaa hundumaa ni rukutan;+ biyya isaas ni dhaalan.+
33 Sana booda deebiʼanii karaa Baashaanitti geessu qabatanii ol ni baʼan. Oog+ mootiin Baashaanis namoota isaa hundumaa qabatee Edraayitti isaan waraanuuf gad baʼe.+
35 Kanaafuu, isaan saba isaa keessaa nama tokko illee utuu hin hambisin isa, ilmaan isaa fi namoota isaa hundumaa ni rukutan;+ biyya isaas ni dhaalan.+