LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 34:18-20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Namoota kakuu yeroo jibicha bakka lamatti kutuudhaan gidduu isaa darbanitti na duratti galan raawwachuu dhiisuudhaan kakuu koo cabsan sana irratti,+ 19 jechuunis bulchitoota Yihudaa, bulchitoota Yerusaalem, abbootii taayitaa mana mootummaa, lubootaa fi namoota biyyattii hundumaa warra jibicha bakka lamatti kutame gidduu darban sana irratti akkana ni taʼa: 20 Ani harka diinota isaaniittii fi harka warra lubbuu isaanii balleessuu barbaadaniitti* dabarsee isaan nan kenna; reeffi isaaniis allaattiiwwan samii fi bineensota lafaatiif nyaata ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi