-
Keessa Deebii 28:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Reeffi kee allaattiiwwan samii fi bineensota lafaa hundumaatiif nyaata ni taʼa; namni tokko illee sodaachisee isaan hin ariʼu.+
-
-
Faarfannaa 79:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Reeffa tajaajiltoota keetii nyaata godhanii simbirroota samiitiif,
Foon warra siif amanamoo taʼaniis bineensota bosonaa lafa irra jiraniif kennaniiru.+
-