LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 7:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Reeffi namoota kanaas allaattiiwwan samiitii fi bineensota lafaatiif nyaata ni taʼa; namni tokko illee sodaachisee isaan hin ariʼu.+

  • Ermiyaas 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Yihowaan akkana jedha: ‘Balaawwan afur* isaan irratti nan ajaja;+ akka ajjeesuuf goraadee, harkisanii akka gataniif saroota, akkasumas akka nyaatanii fi akka balleessaniif allaattiiwwan samii fi bineensota lafaa nan ajaja.+

  • Ermiyaas 34:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Ani harka diinota isaaniittii fi harka warra lubbuu isaanii balleessuu barbaadaniitti* dabarsee isaan nan kenna; reeffi isaaniis allaattiiwwan samii fi bineensota lafaatiif nyaata ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi