8 Bara bulchiinsa Arxeksis+ Mootichaatti dura buutonni manneen abbootii isaanii fi galmeen hidda dhalootaa namoota anaa wajjin Baabilon keessaa baʼanii kanneen kana turan: 2 ilmaan Finahaas+ keessaa Geershom; ilmaan Itaamaar+ keessaa Daaniʼel; ilmaan Daawit keessaa Haxuush;