-
Izraa 10:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu, maaloo bulchitoonni keenya guutummaa gumichaa bakka haa buʼan;+ dheekkamsi Waaqa keenyaa inni bobaʼaan sababii dhimma kanaatiin nutti dhufe hamma nu irraa deebiʼutti, namoonni magaalota keenyaa warri dubartoota biyya ormaa fuudhan hundi jaarsolii fi abbootii murtii magaalota hundumaa wajjin yeroo murteeffametti haa dhufan.”
15 Haa taʼu malee, Yonaataan ilmi Asaahelii fi Yaahzeyaan ilmi Tiquwaa wanta kana ni morman; Meshulaamii fi Shaabetaay+ warri Leewwota taʼanis isaan ni deggeran.
-