Nahimiyaa 8:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namoonni sun utuma dhaabbatanii jiranii, Yeshuwaan, Baaniin, Sherebiyaan,+ Yaamiin, Aquub, Shaabetaay, Hodiyaan, Maaʼaaseyaan, Qeliixaan, Azaariyaan, Yozaabaad,+ Haanaanii fi Pelaayaan warri Leewwota taʼan namoota sanaaf Seericha ni ibsu turan.+ Nahimiyaa 11:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 akkasumas Shaabetaayii+ fi Yozaabaad+ warra dura buutota Leewwotaa keessaa taʼanii fi mana Waaqa dhugaa wajjin haala wal qabateen hojii isa alaa irratti itti gaafatamummaa qaban;
7 Namoonni sun utuma dhaabbatanii jiranii, Yeshuwaan, Baaniin, Sherebiyaan,+ Yaamiin, Aquub, Shaabetaay, Hodiyaan, Maaʼaaseyaan, Qeliixaan, Azaariyaan, Yozaabaad,+ Haanaanii fi Pelaayaan warri Leewwota taʼan namoota sanaaf Seericha ni ibsu turan.+
16 akkasumas Shaabetaayii+ fi Yozaabaad+ warra dura buutota Leewwotaa keessaa taʼanii fi mana Waaqa dhugaa wajjin haala wal qabateen hojii isa alaa irratti itti gaafatamummaa qaban;