Izraa 8:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Guyyaa arfaffaattis meeticha, warqichaa fi miʼawwan sana mana Waaqa keenyaa+ keessatti madaallee Meremoot+ ilma Uuriyaa lubichaatti kennine; Eleʼazaar ilmi Finahaas isaanii wajjin ture; Leewwota kan taʼan Yozaabaad+ ilmi Yeshuwaa fi Noʼaadiyaan ilmi Binuuyis+ isaanii wajjin turan. Nahimiyaa 8:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namoonni sun utuma dhaabbatanii jiranii, Yeshuwaan, Baaniin, Sherebiyaan,+ Yaamiin, Aquub, Shaabetaay, Hodiyaan, Maaʼaaseyaan, Qeliixaan, Azaariyaan, Yozaabaad,+ Haanaanii fi Pelaayaan warri Leewwota taʼan namoota sanaaf Seericha ni ibsu turan.+
33 Guyyaa arfaffaattis meeticha, warqichaa fi miʼawwan sana mana Waaqa keenyaa+ keessatti madaallee Meremoot+ ilma Uuriyaa lubichaatti kennine; Eleʼazaar ilmi Finahaas isaanii wajjin ture; Leewwota kan taʼan Yozaabaad+ ilmi Yeshuwaa fi Noʼaadiyaan ilmi Binuuyis+ isaanii wajjin turan.
7 Namoonni sun utuma dhaabbatanii jiranii, Yeshuwaan, Baaniin, Sherebiyaan,+ Yaamiin, Aquub, Shaabetaay, Hodiyaan, Maaʼaaseyaan, Qeliixaan, Azaariyaan, Yozaabaad,+ Haanaanii fi Pelaayaan warri Leewwota taʼan namoota sanaaf Seericha ni ibsu turan.+