Keessa Deebii 33:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Waaʼee Leewwii akkana jedhe:+ “Tuumiimii fi Uuriimiin+ kee* kan nama siif amanamaa taʼe,+Kan isa ati Maasaatti qorte sanaa ti.+ Atis bishaan Mariibaa biratti isa loluu jalqabde;+ Keessa Deebii 33:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan heerawwan kee Yaaqoobiin,+Seera kees Israaʼeliin haa barsiisan.+ Urgaan isaa kan gammachiisu godhanii ixaana siif* haa dhiheessan,+Aarsaa guutummaatti dhihaatus iddoo aarsaa kee irratti haa dhiheessan.+
8 Waaʼee Leewwii akkana jedhe:+ “Tuumiimii fi Uuriimiin+ kee* kan nama siif amanamaa taʼe,+Kan isa ati Maasaatti qorte sanaa ti.+ Atis bishaan Mariibaa biratti isa loluu jalqabde;+ Keessa Deebii 33:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan heerawwan kee Yaaqoobiin,+Seera kees Israaʼeliin haa barsiisan.+ Urgaan isaa kan gammachiisu godhanii ixaana siif* haa dhiheessan,+Aarsaa guutummaatti dhihaatus iddoo aarsaa kee irratti haa dhiheessan.+
10 Isaan heerawwan kee Yaaqoobiin,+Seera kees Israaʼeliin haa barsiisan.+ Urgaan isaa kan gammachiisu godhanii ixaana siif* haa dhiheessan,+Aarsaa guutummaatti dhihaatus iddoo aarsaa kee irratti haa dhiheessan.+