- 
	                        
            
            Lakkoofsa 16:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
40 kanas kan godhe akkuma Yihowaan karaa Musee isatti himetti ture. Kunis namni sanyii Aaron keessaa hin taanee fi isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu Yihowaa duratti ixaana aarsuuf akka hin dhihaanne,+ akkasumas eenyu iyyuu akka Qoraa fi akka deggertoota isaa akka hin taane Israaʼelota kan yaadachiisu dha.+
 
 -