- 
	                        
            
            Nahimiyaa 3:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Shaalum ilmi Kolhozee inni bulchaa koonyaa Misphaa+ taʼe Karra Burqaa+ ni haaresse; inni karrichaa fi baaxii isaa ijaaree balbaloota isaa, loloosoowwan isaa fi danqaraawwan isaa itti hojjete; kana malees dallaa Boʼoo Bishaan Kuufamaa+ isa Iddoo Biqiltuu Mootichaa+ biratti argamu, achiis hamma Kortoo+ isa Magaalaa Daawit+ irraa gad buʼuutti ni haaresse.
 
 -