4 Zedeeqiyaan mootiin Yihudaa fi loltoonni hundi yommuu isaan argan karaa iddoo biqiltuu mootichaa, karra dallaa lamaan gidduutti argamuun halkaniin magaalattii keessaa baʼanii baqatan;+ achiis karaa gara Arabaatti geessu irra buʼanii deemuu isaanii itti fufan.+