Nahimiyaa 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Eliyaashiib+ inni luba ol aanaa taʼee fi obboloonni isaa warri luboota taʼan Karra Hoolaa+ ijaaruuf kaʼan. Isaanis isa ni qulqulleessan;*+ balbaloota isaas itti hojjetan; hamma Masaraa Meʼaatti,+ hamma Masaraa Hanaanʼelittis+ isa ni qulqulleessan.
3 Eliyaashiib+ inni luba ol aanaa taʼee fi obboloonni isaa warri luboota taʼan Karra Hoolaa+ ijaaruuf kaʼan. Isaanis isa ni qulqulleessan;*+ balbaloota isaas itti hojjetan; hamma Masaraa Meʼaatti,+ hamma Masaraa Hanaanʼelittis+ isa ni qulqulleessan.