LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 2:54
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 54 Ilmaan Saalmaa, namoota Beetaliheem,+ Netoofaa fi Atroot Beet Yoʼaab keessa jiraatan, akkasumas walakkaa namoota Maanaahaatotaa fi Zoraatota turan.

  • 1 Seenaa Baraa 9:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Jiraattonni jalqabaa warri gara dhaala isaanii isa magaalota isaanii keessatti argamuutti deebiʼan Israaʼelota tokko tokko, luboota, Leewwotaa fi tajaajiltoota mana qulqullummaa* turan.+

  • 1 Seenaa Baraa 9:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Obaadiyaa ilma Shemaayaa, ilma Gaalaal, ilma Yedutuun, akkasumas Berekiyaa ilma Aasaa, ilma Elqaanaa isa gandeen Netoofotaa+ keessa jiraachaa ture sanaa.

  • Nahimiyaa 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan, warra Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon boojiʼee fudhatee turee+ fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan turan;+ 

  • Nahimiyaa 7:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 namoonni Beetaliheemii fi Netoofaa 188;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi