-
Nahimiyaa 8:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Izraan inni garagalchituu* taʼe, waltajjii mukaa isa yeroo kanaaf hojjetame irra dhaabbatee ture; Maataatiyaan, Sheemaan, Anaayaan, Uuriyaan, Hilqiyaanii fi Maaʼaaseyaan karaa mirga isaa isa bira dhaabbatanii kan turan yeroo taʼu, Pedaayaan, Mishaaʼel, Maalkiyaan,+ Hashuum, Hash Baadaanaan, Zakkaariyaasii fi Meshulaam immoo karaa bitaa isaa isa bira dhaabbatanii turan.
-