LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ijaartonni yommuu buʼuura mana qulqullummaa Yihowaa kaaʼanitti,+ luboonni uffata isaanii uffatan malakataan,+ Leewwonni warri ilmaan Asaaf taʼan immoo siimbaaliidhaan* akka qajeelfama Daawit mootiin Israaʼel kennetti+ Yihowaa jajachuuf ni dhaabbatan.

  • Izraa 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namoonni sun hamma fagoodhaa dhagaʼamutti sagalee isaanii ol kaasanii iyyaa waan turaniif, namoonni sagalee ililchuu sana sagalee booʼichaa sana irraa adda baafachuu hin dandeenye.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi