LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 10:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Izraan lubichi kaʼee akkana isaaniin jedhe: “Isin dubartoota biyya ormaa fuudhuudhaan+ amanamoo utuu hin taʼin haftaniittu; kanaan kan kaʼes, yakka Israaʼel irratti yakka dabaltaniittu. 11 Ammas cubbuu keessan Yihowaa isa Waaqa abbootii keessanii taʼetti himadhaa; fedhii isaas raawwadhaa. Saboota biyyattii fi haadhotii manaa biyya ormaa kana irraas adda of baasaa.”+

  • Nahimiyaa 9:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Jiʼa kana keessaa guyyaa 24ffaatti, Israaʼelonni walitti ni qabaman; isaan uffata gaddaa uffatanii, awwaaras of irratti firfirsanii soomaa turan.+ 2 Yeroo kanatti warri sanyii Israaʼel taʼan namoota biyya ormaa hundumaa irraa adda of baasan;+ achiis dhaabbatanii cubbuu ofii isaanii fi balleessaa abbootii isaanii himatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi