14 “‘Firiiwwan jalqaba gaʼan aarsaa midhaanii gootee Yihowaadhaaf yommuu dhiheessitu, midhaan haaraa ibiddaan waadamee fi hororame, aarsaa midhaanii firiiwwan jalqabaa godhii dhiheessi.+ 15 Isa irratti zayitii dhangalaasi; ixaana adiis irra kaaʼi. Kun aarsaa midhaanii ti.