LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kana malees, ayyaana firii jalqabaa dadhabbii keetii isa maasii kee irratti facaastee, jechuunis Ayyaana Makaraa* kabaji.+ Akkasumas dhuma waggichaatti yommuu firii dadhabbii keetii maasii kee irraa galfattu Ayyaana Midhaan Sassaabbii* kabaji.+

  • Baʼuu 34:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Midhaan yeroo qamadiin haamamutti gaʼu keessaa isa jalqabaatiin Ayyaana Torbeewwanii kabaji; dhuma waggichaatti immoo Ayyaana Midhaan Sassaabbii* kabaji.+

  • Lakkoofsa 28:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 “‘Guyyaa firii jalqaba bilchaateetti,+ jechuunis yeroo kennaa midhaanii isa haaraa Yihowaadhaaf dhiheessitanitti,+ ayyaana torbeewwanii keessaniitti walgaʼii qulqulluu godhadhaa.+ Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi