LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 20:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 guyyaan torbaffaan garuu Waaqa kee Yihowaadhaaf sanbata dha. Ati yookiin ilmi kee yookiin intalli tee yookiin garbichi kee yookiin garbittiin tee yookiin beeladni kee yookiin namni biyya ormaa gandeen* kee keessa jiraatu hojii akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+

  • Baʼuu 34:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “Guyyaa jaʼaaf hojii ni hojjetta; guyyaa torbaffaatti garuu ni boqotta.*+ Yeroo qonnaattii fi yeroo makaraatti illee ni boqotta.

  • Baʼuu 35:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Guyyaa jaʼaaf hojiin hojjetamuu dandaʼa; guyyaan torbaffaan garuu isiniif qulqulluu fi sanbata Yihowaadhaaf guutummaatti itti boqotamu dha.+ Namni guyyaa kanatti hojii hojjetu kam iyyuu haa ajjeefamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi