Faarfannaa 127:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 127 Yihowaan mana yoo ijaare malee,Ijaartonni jabaatanii hojjechuun isaanii gatii hin qabu.+ Yihowaan magaalaa yoo eege malee,+Eegduun dammaqee eeguun isaa gatii hin qabu.
127 Yihowaan mana yoo ijaare malee,Ijaartonni jabaatanii hojjechuun isaanii gatii hin qabu.+ Yihowaan magaalaa yoo eege malee,+Eegduun dammaqee eeguun isaa gatii hin qabu.