-
Miilkiyaas 2:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Achiis isin ajaja kana kanan isiniif kenne kakuun ani Leewwii wajjin gale akka itti fufuuf taʼuu isaa ni hubattu”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.
-