LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 2:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis mootichaan akkanan jedhe: “Kun mooticha kan gammachiisu yoo taʼe, hamman Yihudaa gaʼutti nagaadhaan akka na dabarsaniif xalayaawwan ani bulchitoota naannoo Lagicha* Gamaatiif+ kennu naaf haa kennaman; 8 kana malees, saanqaa karrawwan Dallaa Dhagaa+ Manichaatiif,* dallaawwan magaalattiitiif,+ akkasumas mana ani gara isaa dhaquuf taʼu akka naaf kennu xalayaan ani Asaaf isa eegduu Paarkii* Mootichaa taʼetti kennus naaf haa kennamu.” Harki Waaqa koo inni gaariin anaa wajjin waan tureef,+ mootichi wantoota kana anaaf ni kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi