Nahimiyaa 2:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Anis halkaniin baʼee Karra Sululaa+ keessaan Burqaa Bofa Guddaa fuuldura darbee gara Karra Tuullaa Daaraa+ nan dhaqe; achiis dallaawwan Yerusaalem warra diigamanii fi karrawwan ishii warra ibiddaan gubaman+ sirriitti nan ilaale.
13 Anis halkaniin baʼee Karra Sululaa+ keessaan Burqaa Bofa Guddaa fuuldura darbee gara Karra Tuullaa Daaraa+ nan dhaqe; achiis dallaawwan Yerusaalem warra diigamanii fi karrawwan ishii warra ibiddaan gubaman+ sirriitti nan ilaale.