Nahimiyaa 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaanis, “Warri boojuu irraa oolanii koonyaa sana keessa jiraatan haala gaddisiisaa taʼee fi salphina keessa jiru.+ Dallaawwan Yerusaalem diigamaniiru;+ karrawwan ishiis ibiddaan gubamaniiru”+ jedhanii naaf deebisan. Faaruu Ermiyaas 1:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Eenyu iyyuu gara ayyaanichaatti waan hin dhufneef, daandiiwwan gara Xiyoonitti geessan gaddaa jiru.+ Karrawwan ishii hundi onaniiru;+ luboonni ishii aadaa jiru. Durboonni* ishii gaddaa jiru, ishiinis dhiphina guddaa keessa jirti. Faaruu Ermiyaas 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Karrawwan ishii lafa keessa gad lixaniiru.+ Inni danqaraawwan ishii balleesseera, akkasumas caccabseera. Mootiin ishii fi bulchitoonni ishii saboota gidduutti argamu.+ Seerri* hin jiru; raajonni ishii illee Yihowaa biraa mulʼata hin argatan.+
3 Isaanis, “Warri boojuu irraa oolanii koonyaa sana keessa jiraatan haala gaddisiisaa taʼee fi salphina keessa jiru.+ Dallaawwan Yerusaalem diigamaniiru;+ karrawwan ishiis ibiddaan gubamaniiru”+ jedhanii naaf deebisan.
4 Eenyu iyyuu gara ayyaanichaatti waan hin dhufneef, daandiiwwan gara Xiyoonitti geessan gaddaa jiru.+ Karrawwan ishii hundi onaniiru;+ luboonni ishii aadaa jiru. Durboonni* ishii gaddaa jiru, ishiinis dhiphina guddaa keessa jirti.
9 Karrawwan ishii lafa keessa gad lixaniiru.+ Inni danqaraawwan ishii balleesseera, akkasumas caccabseera. Mootiin ishii fi bulchitoonni ishii saboota gidduutti argamu.+ Seerri* hin jiru; raajonni ishii illee Yihowaa biraa mulʼata hin argatan.+