-
Nahimiyaa 9:36, 37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Kanaafuu, kunoo nuti harʼa garboota taaneerra;+ eeyyee, biyya abbootiin keenya firii ishii fi wantoota gaggaarii ishii keessa jiran akka nyaataniif isaaniif kennite keessatti garboota taaneerra. 37 Oomishni hedduun ishiin kennitu mootota warra sababii cubbuu keenyaatiin ati nu irratti muuddeef taʼaa jira.+ Isaan akka barbaadanitti qaama keenyaa fi horiiwwan keenya irratti ajajaa jiru; nutis dhiphina guddaa keessa jirra.
-
-
Faarfannaa 79:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Olloota keenya duratti warra arrabsaman taaneerra;+
Namoonni naannoo keenyaa nutti qoosu, nutti kolfus.
-