LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 74:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Mallattoon arginu hin jiru;

      Kana booda raajiin hin jiraatu,

      Nu keessaa namni wanti kun yeroo hammamiitiif akka turu beekus hin jiru.

  • Ermiyaas 23:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha:

      “Dubbii raajota warra raajii isinitti dubbatan sanaa hin dhagaʼinaa.+

      Isaan isin gowwoomsaa* jiru.

      Mulʼanni isaan dubbatan, garaa isaanii keessaa kan madde dha malee,+

      Afaan Yihowaa keessaa kan baʼe miti.+

  • Hisqiʼel 7:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Balaa irratti balaan, oduu irrattis oduun ni dhufa; namoonnis nama raajii dubbatu irraa mulʼata barbaadu;+ haa taʼu malee, seerri* luba biraa, gorsis jaarsolii biraa ni bada.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi