-
Hisqiʼel 22:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Raajonni ishii garuu gochawwan isaanii irratti nooraa dibaniiru. Isaan mulʼata sobaa ni argu, falfala sobaas ni raawwatu;+ akkasumas utuu Yihowaan hin dubbatin, “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha” jedhu.
-