LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 23:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “Raajonni maqaa kootiin raajii sobaa dubbatan, ‘Ani abjuu argeera! Ani abjuu argeera!’+ yommuu jedhan dhagaʼeera. 26 Yaanni raajii sobaa dubbachuu kun hamma yoomiitti garaa raajotaa keessa jiraata? Isaan raajota gowwoomsaa garaa isaanii keessa jiru dubbatani dha.+

  • Ermiyaas 29:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa, Ahaab ilma Qolaayaa fi Zedeeqiyaa ilma Maaʼaaseyaa warra maqaa kootiin raajii sobaa dubbachaa jiran+ ilaalchisee akkana jedha: ‘Kunoo, ani harka Nebukadnezaar* mootii Baabilonitti dabarsee isaan nan kenna; innis ijuma keessan duratti isaan ni ajjeesa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi