-
Keessa Deebii 18:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 “‘Raajiin kam iyyuu of tuulummaadhaan kakaʼee wanta ani akka dubbatu isa hin ajajne yoo dubbate yookiin maqaa waaqolii kan birootiin yoo dubbate, raajiin sun haa ajjeefamu.+
-
-
Ermiyaas 27:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “‘“‘Kanaafuu, raajota keessan, warra hooda isiniif dubbatan, warra abjuu isiniif abjuʼatan, warra falfala isiniif raawwatanii fi warra milkii isiniif ilaalan warra, “Isin mootii Baabiloniin hin tajaajiltan” isiniin jedhan sana hin dhagaʼinaa.
-
-
Ermiyaas 29:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa, Ahaab ilma Qolaayaa fi Zedeeqiyaa ilma Maaʼaaseyaa warra maqaa kootiin raajii sobaa dubbachaa jiran+ ilaalchisee akkana jedha: ‘Kunoo, ani harka Nebukadnezaar* mootii Baabilonitti dabarsee isaan nan kenna; innis ijuma keessan duratti isaan ni ajjeesa.
-