-
Faarfannaa 74:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Mallattoon arginu hin jiru;
Kana booda raajiin hin jiraatu,
Nu keessaa namni wanti kun yeroo hammamiitiif akka turu beekus hin jiru.
-
-
Hisqiʼel 20:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Yaa ilma namaa, jaarsolii Israaʼelitti dubbadhu, akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Isin na gaafachuuf dhuftanii? ‘Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha, ani gaaffii keessaniif deebii hin kennu’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”’
-