Asteer 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Achi irrattis mala abbootiin taayitaa mana mootummaa lamaan Bigtaanii fi Tereesh warri karra eegdota taʼan Ahaashweros Mooticha ajjeesuuf* qopheessan ilaalchisee wanti Mordekaay dubbate barreeffamee argame.+
2 Achi irrattis mala abbootiin taayitaa mana mootummaa lamaan Bigtaanii fi Tereesh warri karra eegdota taʼan Ahaashweros Mooticha ajjeesuuf* qopheessan ilaalchisee wanti Mordekaay dubbate barreeffamee argame.+