-
Asteer 2:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Bara sanatti yeroo Mordekaay karra mootichaa bira taaʼaa turetti, abbootiin taayitaa mana mootummaa lamaan, jechuunis Bigtaanii fi Tereesh warri karra eegdota taʼan, aaranii Ahaashweros Mooticha ajjeesuuf* mala qopheessan.
-
-
Asteer 2:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Kanaafuu, dhimmichi qoratamee dhuma irratti dhugaa taʼuun isaa ni mirkaneeffame; namoonni sun lamaanis muka irratti fannifaman; wanti kun hundis kitaaba seenaa waaʼee yeroo sanaa ibsu irratti mooticha duratti ni galmeeffame.+
-